meeshaalee kushiinaa & citaawwan oromiffa oromo · dhiyyeessawwan uummata seattle: 700 5th...

2
Dhiyyeessawwan Uummata Seattle: 700 5th Avenue, P.O. Box 34018, Seattle, WA 98124-4018 Bilbila: Sagantaa Daldala Magariisa SPU: (206) 343-8505 Email: [email protected] Tajaajila Maamiila SPU: TTY/TDD: Faaksii: (206) 233-7241 (206) 386-0096 Internet: www.seattle.gov/util/ Carraa qacarrii walqixxaa, gocha mindeessaa mirkanneessuu. Mana jireenyaa namoota qaama hir’uuf gaaffii irratti hundaa’e dhiyaate. Meeshaalee kushiinaa & Citaawwan Maamiila Kabajamoo, Xalayaan kun tajaajila daladaltoota nyaataa beeksiisuu akka meeshaalee manaa pilaastiikii, citaawwan pilaastiikii,fi dhugaatii alkoolii wal makaa kaasuun Seattle keessatti cimiinaan Adoolessa 1, 2018 kan dhorkame dha. Carraawwan himannaa yeroo dheeraa jiraachuu kan danda’u yookiin meeshaalee kosii,citaawwanii, dhugaatii alkoolii wal makaa kaasuu kan hammaatu ta’a. Himannaan citaawwanii kanneen waraqaa kosii yookiin pilaastiikii kosii irraa tolfaman hammaata. Meeshaaleen dhorkaman kosii pilaastiikii qaraa, fallaanawwan pilaastiikii, albeewwan pilaastiikii, fi pilaastiikii dhugaatii alkoolii wal makaa kaasuu hammaata. Sararayeroo: Magaali Seattle tartiiba keessa kan kaa’u tajaajila mi’oota nyaataa faayidaa-yeroo-tokkoo barbaaduu kosii, meeshaalee warshaatti deebi’anii tajaajilaaf hin oolee fi paakeejjii hammaata. Dhiyeesssawwan Uummata Seattle ogeessa mi’ootaa waggaa-waggaan kan dhiyaate, citaawwanii fi pilaastiikii meeshaalee mana keessaa. Citaawwanii fi meeshaalee kushiinaa pilaastiikii meeshaalee warshaatti deebi’anii tajaajilaaf hin ooledha. Warshaawwan mi’oota hedduu oomishu mirkanaa’e citaawwanii fi kosii meeshaalee manaa hedduun kan jirani dha amma, tajaajili mi’oota nyaataa kanneen wantoota barbaachisan irraa bilisa kan ta’e miti. Humnaan dhiibe: Istaaffiin SPU sakattaawwan daldalawwan tajaajila nyaataa dalaguu kan ittifufu Kutaa Koodii Mana qopheessaa Seattle walii galtee dhugoomsuu kan barbaachisu 21.36.084 and 21.36.086: Daldalawwan tajaajila nyaataa kuusatajaajila nyaataa irradeebiin akka fayyadaman yookiin kan kosii fayyadamuu barbaaduu dha (bu’a qabeessa 7/1/2010). Walitti qabama guuboowwanii fi walitti qabama tajaajila irradeebiin akka fayyadan yookiin kosiiwwan barbaaduun fayyadamuu dha (bu’a qabeessa 7/1/2010). Paakeejjii tajaajila nyaataa bal’ate meeshaa hoomacha fayyadamuun kan dhorkame dha (bu’a qabeessa 1/1/2009). Kuusatajaajila nyaata citaa pilaastiikii fi pilaastiikii meeshaa mana keessaa fayyadamuu kan dhorkame dha (bu’a qabeessa 7/1/2018). Kuusatartiiba tajaajila nyaataa waliin walii galuu dhabuun tarii firrii gaarii $250 fida. Gocha Fudhachuu: D Qabeenya pilaastiikii meeshaa mana keessaa qabdu fi citaawwan Adooleessa 1, 2018 dura Fayyadami. Yoo kana gochuu hin dandeenye, karaa lakkoofsa amaan gadiin nu qunnami sagantaa walii galtee uumuuf. D Paakeejjii, meeshaa mana keessaa, fi citaawwan barbaachisan argachuuf walii galtee kuusatajaajila nyaataa filadhu. D Maamiilootaaf raabsaa fayyadami citaawwanii fi meeshaa mana keessaa ofii isaanii filachuuf, citaawwanii fi meeshaa mana keessaa gaaffii irratti hundaa’uun dhiyeessi. D Qaruuraawwan wallitti qabamaa filame sirritti qopheessi irradeebiin kanneen fayyadanii fi naannoowwan maamiilaa fi hojjetaa xaa’oo keessatti. D Walitti qabama tajaajila daldalaaf qindeessi xaa’oo fi meeshaalee irradeebiin fayyadan. Gargaarsa Bilisaa: Contact SPU via [email protected] or 206-343-8505 or visit the SPU website at seattle.gov/util/GreenYourBusiness for additional information. Weebsaayiitii irratti, meeshaalee bilisaa hedduu ajaju dandeessa, kanneen akka beeksiisaa fi maxxaansa adda addaa, maamiilootaa fi hojjetaa kee waliin dubbachuuf kan si gargaaru waa’ee xaa’oo fi irradeebiin kan fayyadanii fi kan Seattle keessatti barbaadame dha. Qabeenyawwanii Seattle oolchuu fi balfaa hir’isuuf of kennuun deegarsaa fi gargaasa gooteef galatoomi. Kabajaan, Dhiyyeessawwan Uummata Seattle Sagantaa Daldala Magariisaa Oromo Oromiffa

Upload: others

Post on 03-Mar-2021

5 views

Category:

Documents


0 download

TRANSCRIPT

Page 1: Meeshaalee kushiinaa & Citaawwan Oromiffa Oromo · Dhiyyeessawwan Uummata Seattle: 700 5th Avenue, P.O. Box 34018, Seattle, WA 98124-4018 Bilbila: Sagantaa Daldala Magariisa SPU:

Dhiyyeessawwan Uummata Seattle: 700 5th Avenue, P.O. Box 34018, Seattle, WA 98124-4018Bilbila: Sagantaa Daldala Magariisa SPU: (206) 343-8505 Email: [email protected]

Tajaajila Maamiila SPU: TTY/TDD: Faaksii: (206) 233-7241 (206) 386-0096 Internet: www.seattle.gov/util/Carraa qacarrii walqixxaa, gocha mindeessaa mirkanneessuu. Mana jireenyaa namoota qaama hir’uuf gaaffii irratti hundaa’e dhiyaate.

Meeshaalee kushiinaa & Citaawwan Maamiila Kabajamoo,

Xalayaan kun tajaajila daladaltoota nyaataa beeksiisuu akka meeshaalee manaa pilaastiikii, citaawwan pilaastiikii,fi dhugaatii alkoolii wal makaa kaasuun Seattle keessatti cimiinaan Adoolessa 1, 2018 kan dhorkame dha. Carraawwan himannaa yeroo dheeraa jiraachuu kan danda’u yookiin meeshaalee kosii,citaawwanii, dhugaatii alkoolii wal makaa kaasuu kan hammaatu ta’a. Himannaan citaawwanii kanneen waraqaa kosii yookiin pilaastiikii kosii irraa tolfaman hammaata. Meeshaaleen dhorkaman kosii pilaastiikii qaraa, fallaanawwan pilaastiikii, albeewwan pilaastiikii, fi pilaastiikii dhugaatii alkoolii wal makaa kaasuu hammaata.

Sararayeroo: Magaali Seattle tartiiba keessa kan kaa’u tajaajila mi’oota nyaataa faayidaa-yeroo-tokkoo barbaaduu kosii, meeshaalee warshaatti deebi’anii tajaajilaaf hin oolee fi paakeejjii hammaata. Dhiyeesssawwan Uummata Seattle ogeessa mi’ootaa waggaa-waggaan kan dhiyaate, citaawwanii fi pilaastiikii meeshaalee mana keessaa. Citaawwanii fi meeshaalee kushiinaa pilaastiikii meeshaalee warshaatti deebi’anii tajaajilaaf hin ooledha. Warshaawwan mi’oota hedduu oomishu mirkanaa’e citaawwanii fi kosii meeshaalee manaa hedduun kan jirani dha amma, tajaajili mi’oota nyaataa kanneen wantoota barbaachisan irraa bilisa kan ta’e miti.

Humnaan dhiibe: Istaaffiin SPU sakattaawwan daldalawwan tajaajila nyaataa dalaguu kan ittifufu Kutaa Koodii Mana qopheessaa Seattle walii galtee dhugoomsuu kan barbaachisu 21.36.084 and 21.36.086:

• Daldalawwan tajaajila nyaataa kuusatajaajila nyaataa irradeebiin akka fayyadaman yookiin kan kosii fayyadamuu barbaaduu dha (bu’a qabeessa 7/1/2010).

• Walitti qabama guuboowwanii fi walitti qabama tajaajila irradeebiin akka fayyadan yookiin kosiiwwan barbaaduun fayyadamuu dha (bu’a qabeessa 7/1/2010).

• Paakeejjii tajaajila nyaataa bal’ate meeshaa hoomacha fayyadamuun kan dhorkame dha (bu’a qabeessa 1/1/2009). • Kuusatajaajila nyaata citaa pilaastiikii fi pilaastiikii meeshaa mana keessaa fayyadamuu kan dhorkame dha (bu’a

qabeessa 7/1/2018). • Kuusatartiiba tajaajila nyaataa waliin walii galuu dhabuun tarii firrii gaarii $250 fida.

Gocha Fudhachuu: DQabeenya pilaastiikii meeshaa mana keessaa qabdu fi citaawwan Adooleessa 1, 2018 dura Fayyadami. Yoo kana gochuu hin dandeenye, karaa lakkoofsa amaan gadiin nu qunnami sagantaa walii galtee uumuuf. DPaakeejjii, meeshaa mana keessaa, fi citaawwan barbaachisan argachuuf walii galtee kuusatajaajila nyaataa filadhu. DMaamiilootaaf raabsaa fayyadami citaawwanii fi meeshaa mana keessaa ofii isaanii filachuuf, citaawwanii fi meeshaa mana keessaa gaaffii irratti hundaa’uun dhiyeessi. DQaruuraawwan wallitti qabamaa filame sirritti qopheessi irradeebiin kanneen fayyadanii fi naannoowwan maamiilaa fi hojjetaa xaa’oo keessatti. DWalitti qabama tajaajila daldalaaf qindeessi xaa’oo fi meeshaalee irradeebiin fayyadan.

Gargaarsa Bilisaa: Contact SPU via [email protected] or 206-343-8505 or visit the SPU website at seattle.gov/util/GreenYourBusiness for additional information. Weebsaayiitii irratti, meeshaalee bilisaa hedduu ajaju dandeessa, kanneen akka beeksiisaa fi maxxaansa adda addaa, maamiilootaa fi hojjetaa kee waliin dubbachuuf kan si gargaaru waa’ee xaa’oo fi irradeebiin kan fayyadanii fi kan Seattle keessatti barbaadame dha. Qabeenyawwanii Seattle oolchuu fi balfaa hir’isuuf of kennuun deegarsaa fi gargaasa gooteef galatoomi.

Kabajaan,

Dhiyyeessawwan Uummata Seattle Sagantaa Daldala Magariisaa

Oro

mo

Oro

miff

a

Page 2: Meeshaalee kushiinaa & Citaawwan Oromiffa Oromo · Dhiyyeessawwan Uummata Seattle: 700 5th Avenue, P.O. Box 34018, Seattle, WA 98124-4018 Bilbila: Sagantaa Daldala Magariisa SPU:

Spanish

Español

Chinese

中文

Vietnamese

Tiếng Việt

Korean

한국어

[email protected] | 206-343-8505 | seattle.gov/util/ DaldalaKeeMagariisa

Citaawwan pilaastiikii fi meeshaalee kushiinaa pilaastiikii Seattle keessatti kan dhorkame dha, cimiinaan Adoolessa 1, 2018.Kuusatajaajila faayidaaf eeyyamamee citaawwan, meeshaa xaa’oo manaa mirkanaa’e yookiin yeroo dheeraaf kan turu hammaata.

Los utensilios de plástico y los popotes de plástico estánprohibidos en Seattle a partir del 1ero de julio de 2018.Los únicos utensilios y popotes desechables que están permitidos para uso comercial son aquellos que tienen la etiqueta “compostable”, los cuales están hechos de materiales que se pueden convertir en compost. Los utensilios y popotes reusables están permitidos.

2018年7月1日開始,西雅圖禁止使用塑料餐具 和塑料吸管。允許使用的餐具包括認可的可堆肥餐具和吸管。

Dụng cụ ăn (thìa, dĩa, đũa) và ống hút dùng một lần bằng nhựa sẽ bị cấm ở Seattle kể từ ngày 1 tháng 7 năm 2018.Các dụng cụ ăn dùng một lần được phép sử dụngbao gồm thìa, dĩa, đũa và ống hút được công nhậnlà có thể phân hủy được gọi là compostable.

플라스틱�식기와�플라스틱�빨대는 2018년 7월서비스를�위해�사용이�허용된�식기는�오직�분해 가능한�것으로�승인된�식기와�빨대만�포함합니다.

WAA’EE MI’OOTA XAA’OO MIRKAANA’EEF ODEEFFANNOO DABALATAAF, GARA:seattle.gov/util/GreenYourBusiness

Meeshaalee kushiinaa Barbaachisanii & Citaa HAARAA

Barbaachisummaawwan Cuunfaa Kuusatajaajila Nyaata Seattle: (SMC 21.36.086)

Eyyamni citaawwan pilaastiikii fi meeshaalee mana keessaa bu’aa qabeessa dha Adoleessa 1, 2018. Seattle keessatti daldalawwan tajaajila nyaataa kan meeshaalee plaastiikii mana keessaa fi citaawwan pilaastiikii fayyadmuun.dhorkama dha. Citaawwan pilaastiikii yeroo gabaabaaf gadi baasuunii fi meeshaaleen mana keessaa kan gubaatuu, fi faayidaan xaa’oo meeshaalee mana keessaa fi xaa’oo citaawwanii barbaachisa dha, bu’aa qabeessa Adoleessa 1, 2018.

KAN EYYAAMAME

KAN EYYAAMAME

KAN DHORKAME

KAN DHORKAME

Citaawwan Pilaastiikii Gatuu Xaa’oo* Citaawwan Waraqaa fi Xaa’oo*Citaawwan Pilaastiikii Meeshaalee mana keessaa Gatuu Xaa’oo* Meeshaalee mana keessaa

Barbaachisummaawwan Cuunfaa Kuusatajaajila Nyaata Seattle:

KAN

Daladalawwan tajaajila nyaataa gurguruu yookiin nyaata sorataaf oolu dhiyyeessuu iddoowwan banaa irraa yookiin cufaa kuusatajaajila nyaataa gatuu waliin kan dhorkamani bu’aa qabeessa July 1, 2010 dha. Paakeejjuu nyaataa kan tajaajila irbaataaf-fayyadu xaa’oo kan qabuu fi paakkeejjii xaa’oo fudhachuu kan danda’u fi irradeebiin faayidaa kan kennuu ta’uun dirqama.

Xaa’oon mirkanaa’e kan ibsu kuusatajaajilaa fi paakeejjuu kan qoratamee fi meeshaa daladalaa naannoon kan mirkanaa’e.

HAARAA

Oro

miff

a

Oro

mo